Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 10:47 - KITAABA WAAQA

47 Eentu dandae bisaaniini worra kana batifamu d'owa, eegi worri akuma keenna Lubbu Qulqullo argate?

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 10:47
9 Referans Kwoze  

Ammalle ato worri yau, fulla bisaani toko d'ufani; namichi kaani waan jed'e, Me ilaali, bisaaniti arma jira, malti batiso argachu naa d'owa? [


Wonti akanatiifi jiddu Yahuditiifi gosa d'ibile wolhanqooni injirtu; Waaqi Aabbo, inni nama ch'ufa imohata, nama isa yaamatu ch'ufa ineebisa.


Ammo worri Filipo Odu Dansa ta Finna Waaqatiifi maqa Yeso Kristo hasau d'ageennaani d'ugefate, d'iirafi nad'eenileeni batifamte.


Worri ch'ufti Lubbu Qulqullooni guutamnaani, afaani d'ibi dubbachu iti keyatani, aka Lubbuuni worra dubbachifte gula.


Inni eegi suni qabanqaba qabate, qabanqabaani tunini beesisa Waaqi isaa kenne, ka maro d'ugefacha isaatiifi d'uga isaa heregani agarsiifti, ato inni qabanqaba inqabatini. Tanaafi Abrahamuuni Abba worra Waaqa d'ugefate ka Waaqi d'ugaa heregeefi ch'ufa, ato qabanqaba qabachu d'ibaatele.


Ato Petroni ammalle dubbi tana dubbatu, Lubbuuni Qulqullooni worra dubbi tana d'agaye ch'ufa ira bute.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite