Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Huji Ergattu 10:1 - KITAABA WAAQA

1 Namicha toko jira, Kaisaria keesa, maqaani isaa Kornelio; gumi askarti d'ibba toko ta Taliana jed'ani guddaani isa.

Gade chapit la Kopi




Huji Ergattu 10:1
19 Referans Kwoze  

Aka nu lafa Taliana hobolooni deemu buufannaani worri Paulofi nama hid'aansa keesa jiru d'ibile harka namicha gudda askarti toko ka Yulio jed'aniti kenne, Yulioni gumi askarti Rumi ta askarti hayyu jed'ani keesa guddinna qaba.


Jennaani askartiini Pilato mana hayyu keesa Yeso seensifte, isiini ch'ufti isa marsite.


Ammo Filipo lafa Azototi argani; inni keesa deeme, dira ch'ufa keesati Odu Dansa odeese, Kaisarini bahe.


Ammo guddaani askarti maro Paulo baasu fed'eefi worra d'owe. Inni worra bisaani daakhu beekhuni qara hobolo keesaa jigaa lafa godduti baha jed'e,


Guyya sadi lafa suni keesa teennaani Festoni Kaisaria kae Yerusalemu d'aqe.


Gudda askartitiifi askartiini isa woliini jirjirtu lafa chochoteefi waan tahe ch'ufa arginaani, nahani waan jed'ani, Nami kunini d'uguma Ilma Waaqaati.


Pauloni waan gudda askartitiifi askartiini jed'e, Yo worri kunini hobolo keesa tae male, isani bahu indandeetani.


Eegi bulti diqo toko hayyu Agripafi Bernikeni Kaisaria d'ufani, aka Festo nagaya fuud'ani.


Kaisaria d'umnaani tatabe jaallabati kennani Paulole isa dura geesani.


Jennaani inni jara gugurda askarti lama yaame waan jed'eeni, askarti d'ibba lamatifi nama fardaa torbaatamafi nama worraani ka d'ibba lama ka Kaisaria yau kurfeesa aka worri saa sadi ka halkani yau.


D'aanicha isa hiinaani Pauloni, waan namicha isa bira ejuni jed'e, aki isani nama gosa Rumi ka wollaala iti imurini d'aantani fullaa?


Boriyya kaane Kaisaria d'umne. Mana Filipo, nama Odu Dansa hasau, seenne woliini teenne. Inni jara torbaani Yerusalemuti fohatani kaani keesa jira.


Jennaani askartiifi namicha gudda worraatiifi hojattuuni Yahudiini ergite Yeso qabde hiite.


Tanaafi Yudani askartiifi hojattu Mana Waaqa ta qaalole gugurdofi Farisayooni ergite, ta ifse heddufi miha lolatiini yaatu, guure gara oobru suni d'aqe.


Duuba garbichi shumi toko ka shumini suni guddo jaalatu fayyad'abe ka lubbuu tahe.


Askartiini mana hayyu, ka Praitoria jed'ani, keesa isa seensifte, duuba askarti ch'ufa wolti yaamani.


Iftaani taani worri Kaisaria olduude. Kornelioni worra eeguu jira; inni ya fiit'a ufitiifi jaalaani ufi ch'ufa wolti yaame.


Ato worri isa ijeesu fed'u, oduuni namicha gudda askarti geete, aka gohanti Yerusalemu ch'ufa keesa jirtu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite