Hosea 6:5 - KITAABA WAAQA5 Tanaafi anini raagoota isaniti erge, ta dubbi tiyyaani isani ijeefte balleesitu. Wonti anini isani ira fed'u ya diidoofte: Gade chapit la |
Yeremia, ch'aqasi! Nama lafa tana keesa jiru ch'ufti — hayyoota Yuda taanaani, jaarole taanaani, qaalole taanaani, gumile taanaani — ch'ufti siini morka. Ammo arra jabeenna atini worraani dabsatu sii kenna. Atini dira jabeesani jaaranifi utuba sibiilatifi naabo sibiila diimani mid'aasani fakaata. Worri si indabsatu, wonti akanatiifi anati si qorqorata. Nami dubbi tana jed'e, ana AABBO Waaqa.