Hosea 4:14 - KITAABA WAAQA14 Ammo ha taatu, dubra teesanifi nad'eeni ilmaani teesani suni dubbi ira inqabu; wonti akanatiifi isanu sharmut'oma waaqoota d'ara gula baddani sorio imfakaanne nad'eeni suni woliini waaqoota sunii baaftani. Akanaani gumiini hubacha inqamne baddi. Gade chapit la |