Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Henna 8:7 - KITAABA WAAQA

7 Bisaani qulqulleesanini iti fifit'i, waan jettuuni, rifeensa nafa keesani haadad'a woya teesanile miich'ad'a, aka akanaani qulqullooftani.

Gade chapit la Kopi




Henna 8:7
24 Referans Kwoze  

Nami reefa qabate duuba ufi inqulqulleesini qulqullooniti; wonti akanatiifi bisaani nama qulqulleesa isa ira imbumne. Inni Waaro Woyyuma AABBO Waaqa t'ureesa, tanaafi herega gumi Israeli keesa injiru.


Musani Harunifi ilmaani isaa gumi durati gayaame bisaani d'iqachiise.


Anini waan jed'eeni, Anini imbeekhu, siti beekha. Inni waan naani jed'e, Kunini worra nagayaani gaargala jala bahe. Worri woya miich'ate d'iiga Hoolatiini adefate.


Bisaani kunini waan batiso agarsiisaati, ta amma isani baaftu, t'uri nafa ira ind'iit'u, ammo kakhu qalbi dansaani Waaqati kakhataniini isani baafti. Batisooni maro kaisa Yeso Kristotiifi isani baafti,


Waaqati d'iaad'a, innileeni isaniti d'iaata. Harka keesani diqad'a, worra daba! Garaa keesani diqad'a, kiyyibdoole!


D'iiga reetiifi ka koromitiifi daara jibicha sorio baasani nama qulqullo intahiiniti firfirsani, t'uri worraa iraa fuud'ani worraa qulqulleesani.


Wonti kunini waan nyaataniifi waan d'uganiifi aada qulqulleesa ch'alla. Tunini ch'ufti seera alaati, ta haga Waaqi waan ch'ufa garagalche imid'aasiini ch'alla jirtu.


Anini bisaani qullo isaniti fifit'e, akasiini waaqoota d'ara ka isani kad'atanifi waan hamtu isani ufiini t'ureesitani ch'ufa isani iraa qulqulleesa.


Ee Yerusalemu, t'uri ch'ubbu garaa kanke keesaa d'iqi, aka baafamtu. Yomi herega daba kana heregu lakifta?


Ammo ammatana gochiti hedduuni waan isa mamte, hayyootileeni waan dubbatu d'abde afaani qabatti. Worri waan takaa imbeekhini arge hubata.


Daba kiyya naraa fuud'i, duuba inqulqullaa; na d'iqi duuba anini aka dansa qulqullae, addaad'e haama fakaad'a.


Hameenna kiyya ch'ufa naraa d'iqi, ch'ubbu tiyya ch'ufa na qulqulleesi!


Ammalle gaad'a nafa keesani ch'ufafi waan goga ira mid'aasanifi, waan rifeensa reetifi mukhaani mid'aasani ch'ufa qulqulleesa.


Nami waan suni gubuleeni ha ato ollati indeebiini woya miich'ate nafa d'iqatu.


Nami waan suni qabateleeni qulqullooniti, inni woya miich'ate nafa d'iqachu male; haga aduuni d'iituti inni qulqullooniti.


yokhaani waan inni ira tae ch'ufa ira tae woya miich'ate nafa d'iqachu male, ammalle haga aduuni d'iituti inni qulqullooniti.


ammalle AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Beeni, gara biyya d'aqi waan jettuuni, Arrafi bori ufi qulqulleesa, woya miich'ad'a.


Duuba Yakobooni waan worra isaatiifi nama isa woliini jiruuni jed'e, waaqoota harkaani boch'ani, ta lafa nyaapati kad'attani taani gata ufi qulqulleesa, woya jijirad'a.


Jennaani worri Lawi ufi qulqulleese, woya miich'ate, Harunini worra eebise AABBO Waaqaa kenne, worra qulqulleese aada guutefi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite