Henna 5:8 - KITAABA WAAQA8 Ammo hojja nami sunini nama qara due taate, ka inni nama fiit'a ka gati suni fud'atu inqamne, gati suni ha AABBO Waaqaa baasani aka qaalluuni nyaatu. Wonti baasani kunini herega elemo nama wollaala tolcheeni qulqulleesani keesa injirtu. Gade chapit la |