1 AABBO Waaqi Waan Musani jed'e,
Inni haga d'ukuba suni qabu qulqullooniti; inni ha koba tauti biyya keesa imbahini.
Akuma AABBO Waaqi Musani jed'e, nama ch'ufa t'aafani ammalle dubbi AABBO Waaqa ta Musati himani gula, nama ch'ufa huji inni hojate guutu male kennanifi ta qaalole hojatani yokhaani wa baatani.
Waan atini worra Israelitini jettu. Nami d'ukuba hama aka qomaat'a qabu yokhaani ka nafi mamadae malaani keesaa yaatu, yokhaani nama ch'ufa ka reefa tuqe t'urae ha gumi keesaa bahuti.
AABBO Waaqi waan jed'eeni, ato abbaani isi d'ale fuula isii hanch'ufa iti tufe, isiini bulti torba ch'eeru himmalle? Tanaafi isiini haga torbaani toko ha olla keesaa ala teetu, eegi suni ha deebituuti.