Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Henna 4:8 - KITAABA WAAQA

8 Duuba ammalle waan kana ch'ufa ha woya diimtu irati ballisani, golla d'iisisani ira kaayani, kalcho baataniini keesa naqaniti.

Gade chapit la Kopi




Henna 4:8
5 Referans Kwoze  

Ammalle worri ha woya bule fuud'e, waan ifseeni ira ejitufi ifse isiitiifi qad'abefi saanifi waan d'ad'a iti naqani ch'ufa ira ballisuuti.


goga elemiye ka hallu dibani; goga d'iisani; mukha d'adacha;


Mesa mukha d'adachatiini mid'aasi, ka d'eerinni isaa d'und'uma lama, ballinni isaa d'und'uma toko, old'eerinni isaaleeni d'und'uma tokofi taaku toko.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite