Henna 4:7 - KITAABA WAAQA7 Worri ha woya bule mesa qit'a AABBO Waaqaa baasani ira kayani irati ballisuuti: ammalle mesa suni ira saanifi waan hit'aana keesati aarsanifi d'ameelafi muduunu daad'i Waaqaa baasani iti naqani ha d'ad'abaniti; ammalle qit'aani hojja ch'ufa mesa suni gubba jiraachu male. Gade chapit la |