Henna 4:16 - KITAABA WAAQA16 Eleazarini ilmi qaallicha Haruni, hujiini isaa aka Waarofi d'ad'a ifsetifi, hit'aanafi, mid'aani Waaqaa baasanifi d'ad'a muudatiifi waan Waaro keesa jira ka huji AABBO Waaqatini hojatani ch'ufa qorqoratini. Gade chapit la |