Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Henna 3:51 - KITAABA WAAQA

51 Harunifi ilmaani isaati kenne.

Gade chapit la Kopi




Henna 3:51
11 Referans Kwoze  

Duuba beese tana Harunifi ilmaani isaati kenni.


Hooliye Waaqi isanii kenne garaa tokooni tissa, garaa lamaaniti, akuma Waaqi aka isani tolchitani fed'u. Huji teesani hori keesaa argattani ch'allaafi intolchiina, ammo fed'iini tolcha.


Yo biyyiti waan kana isani iraa fud'atte, nuleeni hagasi iraa isani iraa fud'achu himmalle? Taatule nu ammalle waan kana imfud'anne. Ammo nu waan ch'ufa obsine, aka gufu tokole daandi Odu Dansa ta Kristo dura inkeenne.


Anini maldaa yokhaani worqi yokhaani woya nama tokole ind'araane.


Isani waan hojattuuni tiyya Musani duri isani barsiise, aadaafi seera anini worra Israeliti jed'e gaara Sinai irati isaa kenne, qaabad'a.


Musani guddo dallane waan AABBO Waaqaani jed'e, Waan worri kunini sii baasu tokole ee jette imfud'atini. Anini worra kana tokole iti iwollaalle, yokhaani taka harrele iraa infud'anne.


qarsi 1,365 fuud'e,


AABBO Waaqi waan Musafi Harunini jed'e,


Akanaani worri Israeli waan AABBO Waaqi Musafi Harunini jed'e tolche.


akuma AABBO Waaqi Musani jed'e lafa aloo ta Sinai keesati inni maqa worra t'aafe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite