1 Tunini ilmaani Harunitifi ta Musa, gaafa AABBO Waaqi gaara Sinai gubbati Musani dubbate.
Amramuuni oboleeti abba isaa Yokebedi fuud'e Harunifi Musa d'alteefi. Amramuuni gaafa due ganni isaa d'ibbafi sodomi torba.
Kunini kitaaba maqa worra Yeso Kristoni keesaa d'alate. Yeso Kristoni d'aloota Daudi, Daudini d'aloota Abrahamu.
Kunini seera AABBO Waaqi gaara Sinai irati Musani worra Israeliti kenne.
AABBO Waaqi gaara Sinai gubbati waan Musani jed'e,
Worri hayyu Misiritiini, Gosa Israeli galakisa jed'eenileeni worruma.
Lawiini ilmaani d'iira sadi d'ale: Gershoni, Kohathi, Merari; balbala worra kana maqa worratiini yaamani. Lawiini gaafa due ganni isaa d'ibbafi sodomi torba.
Tunini ilmaani ilmaani Nuhu ta Shemu, Hamu, Yafethi jed'ani. Isiini sadeenu eegi fach'aani bisaani lafa balleese ilmaani tana d'alte.
Maqaani ilmaani Adamu kana. (Waaqi, gaafa qara nama uume, fakeenna ufii gula mid'aase.
Uumami lafafi gubba akasiini tahe. Gaafa AABBO Waaqi lafafi gubba uume,
Akanaani worri Israeli waan AABBO Waaqi Musani jed'e ch'ufa tolche. Nami ch'ufti bandera ufi jala qubate, balbala gosa ufi gula godaane.