Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Henna 27:5 - KITAABA WAAQA

5 Musani dubbi isaani AABBO Waaqa beesise,

Gade chapit la Kopi




Henna 27:5
12 Referans Kwoze  

Anini waan kiyya ch'ufa iti himad'e, aka dansa afaani kiyyaani ufii dubbad'a.


Duuba Musani waan jed'eeni, eega, haga anini AABBO Waaqa iraa waan isani tolchani d'agayuti.


Anini artiti d'ufe si arga, ammalle qadaada suni gubbaa, jiddu waan koola kaani lamaaniti, anini seera worra Israeli ch'ufa siti hima.


Waan inni ilma inqamneefi maqa isaa Israeli keesa balleesani? Oboleyaani aabboo woliini qooda lafa ka nu d'aalu nu kenna!


duuba AABBO Waaqi waan jed'eeni,


Inni ha qaallicha Eleazari gula deeme gorsa iraa fud'atu, qaallichileeni fed'i tiyya Urimu ira ha baratu. Kara kanani Eleazarini Yoshuafi gumi Israeli ch'ufa waan worri tahuu male garsiisa.


waan jed'e, AABBO Waaqi ya lafa biyya hit'aani qoodi siini jed'e. Ammalle inni yayu lafa Selofahadi, ka fiit'a teenna ijoolle isaa ta dubrati d'aala kennifi siini jed'e.


Dubarti sunini gara qaallicha Eleazarifi Yoshua ilma Nunitifi jaarole d'at'e waan jetteeni, AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Dubra tana, oboleyaani isii ta d'iira woliini, d'aala kennaafi jed'e. Jennaani akuma AABBO Waaqi jed'e gula oboleyaani isii ta d'iira woliini lafa kennanifi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite