Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Henna 24:2 - KITAABA WAAQA

2 Inni gara lafa aloo millate; gosa Israeli ta gosa gosani qubattu arge. Lubbuuni Waaqaa isa fuute,

Gade chapit la Kopi




Henna 24:2
17 Referans Kwoze  

jennaani inni nama isa qabu iti erge. Worri raagoota ta lalabde sirbuti jirtu ka Samuelini gudda worra arge. Jennaani lubbuuni AABBO Waaqa jara Saulo ira buute worrileeni lalabe sirbe.


Lubbuuni Waaqaa Asaria, ilma odedi, ira buute,


Ato inni achi deemu lubbuuni Waaqa isale ira buute, inni kara Nayothi lalabe sirbaa iti d'aabate.


Saulofi hojatuni isaa Gibeani bahani jennaani raagoota hedduuni wolwoldaani. Hojuma suni lubbuuni Waaqa isa ira buute, inni sirbafi lalaba worra keesa seene.


Ammo waan jinniini isani sarmitufi ingammadina, ammo maro maqa keesani gubbati t'aafanifi gammada.


Nama d'ukuba qabu fayyisa, ka duele kaasa, ka qomaat'a qabule fayyisa, jinnile nama keesa baasa. Gati male isanii kennani isanileeni gati male namaa kenna.


Simoni, nama lafa ufi jabeesufi Yuda Iskariote, ka Yeso gurgure.


Guyya suni nami hedduuni, Nu maqa keetiini fanne, maqa keetiini jinni baamne, ammalle maqa keetiini waan mama heddu tolchine jed'a.


Eenu tunini ta milluni isii aka biiftu naamati ejitu? Isiini mid'aadu ch'ulut'u bibilit'u, aka adufi jia.


Bad'aaso tiyya, atini mid'aadu aka Yerusalemu, faaya aka dira Tirza, ta aka dira gugurda kana nama mamsiiftu.


Waaroni Israeli, ta worri iti galu, akami dadansa


Guyya Aabbo, Lubbuuni isaa na keesa seente, anini qonqo guddo, aka magalata ufi duubati d'agaye.


Inni lubbu Waaqaa argatte jaallaba Israelii tahe. Inni duula d'aqe, AABBO Waaqi hayyu Mesopotamia kaani harka isaati kenne inni isa dabsate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite