Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Henna 21:16 - KITAABA WAAQA

16 Arti kaani lafa Eellani jed'aniti godaanani, duuba AABBO Waaqi waan Musani jed'e, Biyya wolti yaami, bisaani obaasi.

Gade chapit la Kopi




Henna 21:16
16 Referans Kwoze  

Ule tana fuud'i, duuba siifi oboleesi kanke Harunini gumi wolti yaama. Worra durati rabsu d'akha suniti dubbad'i, duuba bisaaniti keesaa baha. Kara kanani atini bisaani d'akha keesaa biyya baafta, aka namafi saileeni d'eebu bahu.


Akuma bisaani eela qullooni nama d'eebuu qabu gammachiisani, akasuma gumiini Waaqaa hojja inni worra baasu gammaddi.


Lubbufi intalti fuud'a, kooti jetti. Nami waan kana d'agaye ch'ufti ha kooti jed'uuti. Nami dubbi qabu ch'ufti ha d'ufuti nami fed'u bisaani jireenna ha gati male d'uguuti.


Malaikaani ammalle galaana bisaani jireenna naa garsiifte, ka guddo bibiliqu, ka fulla barch'uma guddinna Waaqatiifi Ilme Hoolati d'ufe.


Inni waan jed'e, Ya tolchani! Anini Alfafi Omega, anini ka qaratiifi ka eegeeti. Nama d'eebu qabu ch'ufa anini maddo jireenna keesa gati male bisaani obaasa.


Bineensi alaaleni na guddise, sare diidatifi guchileeni na faarsiti, hojja anini galaana lafa gamooji ke baase gumi anini fohad'e bisaani obaasu.


Jennaani waan oboleesa ufi Abimeleki sodaatufi, Jothamuni baqate Beerite gale.


Anini achiti d'akha gaara Sinai ira tau ira eje isani eega; duuba atini d'akha suni d'ai, bisaaniti keesa baha, bisaani suni ha biyyiti d'uduti. Duuba Musani ila jaarole Israeli durati waan suni tolche.


ammo nami bisaani anini kennu d'ugu haga jiru jireennale deebie ind'eebotu. Wonti akanatiifi bisaani anini kennu suni isa keesa maddani burqa tahani, haga jiru jireennale deebie ind'eebotu.


Yesoni waan jed'eeni, Yo sila atini galata Waaqaa beete ammalle nama bisaani si kad'atu kana beete, bisaani jireenna isa kad'atta.


Worri deebie beelae ind'eebootu. Aduufi owi lafa alooleeni worra woma intolchu. Wonti akanatiifi nama worraa nahuti worraani deeme madda bisaaniti geesa.


Waaqi ila isii bane, eela bisaani qabu agarte. Gorjo bisaani guutate much'a d'eebu baafte.


Fulla ch'ufa d'aatu seera Moabuti qonqo boha d'agayani; qonqo suni dira Egalimutifi Beerelimule keesati d'agayani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite