ammo bulti addeesafi dukana ch'ufa nyaatani, haga fooni suni isani ira dabrani funnaaniini isani keesa dachaaniti. Wonti kunini ch'ufti, woni isiini taatufi, waan isaani, AABBO Waaqa ka jiddu teesani keesa jiru kana diddani, Maanifi lafa Misiri keesa baane? jettani gungumtanifi.