1 AABBO Waaqi waan Musani jed'e,
Jennaani eege Haserothi kaani lafa aloo ta Paraniti qubatani.
Ammo isani nati d'uftani waan jettani, Nama ufi dura ergina ka lafa suni dooyatu, aka worri kara dansa nu gula godaanuufi dira dadansa achi jiru nuti himu.
Wonti kunini dansa arge jennaani nama kud'ani lama gosa ch'ufa keesaa toko toko, fohad'e.
Gaafa hojattuuni AABBO Waaqa Musani Kadesh-Barnea keesa dooya lafa tanati na erge, ganni kiyya afurtama. Anini dubbi d'uga isatini deebie.
Qaallicha Eleazarifi Yoshua ilma Nuniti, lafa biyyaa qooda.
Ammalle jaarsa gosaa, mataa gosa ch'ufa keesa fuud'i, worra woliini hojachiisi.
Gaafa inni Kadesh-Barnea isani godaansise, Beena, lafa anini isani kenne fud'ad'a isaniini jed'e, isani isa ch'aqasu diddani d'ugefachule diddani ammalle saalfachuufi diddani.
Jennaani Yoshuani, ilmi Nuni, nama lama lafa Shitimuti d'ossaani dooya erge waan jed'eeni, Beena, lafa Kanaani dooyaad'a, keessuma dira Yeriko qorqorad'a. Duuba worri yae, mana sharmut'iti toko ta maqaani Rahabu, bule.
Ee AABBO Waaqa, atini haguma duriti, fulla nu iti gallu nu taate.