8 Qarsifi worqileeni ch'ufti tiyyuma.
Lafafi wonti isi keesa jira ch'ufti ta AABBO Waaqaati; biyyeefi wonti isi gubba jira ch'ufti tama isaati.
Anini fulla sibiila diima worqiini sii d'ufe, fulla mukhaafi sibiila guraacha qarsifi sibiila diimani sii d'ufe, fulla d'akhaa sibiila guraachani sii d'ufa. Nami si mohatu deebie si indabsu; anati d'ugaafi nagaya worri namaani mohatu worraa kenna.
Mukeeni d'ed'eertu badda Lebanoni sitiini d'ufani, mana kiyya qulqullooni barreesani dira kiyya mid'aasani.
Inni, Na gad'iisi jed'e si kad'ata? Yokhaani naasu si kad'ata?