Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Hagai 2:11 - KITAABA WAAQA

11 waan jed'e, Qaaloleeni, Dubbi woli gaafad'a jed'i:

Gade chapit la Kopi




Hagai 2:11
7 Referans Kwoze  

Aka Waaqa aka d'ugaa beekhani qaaloleeti nama barsiisu male. Biyyiti aka fed'i tiyya barattu ha gara worra yaatu; wonti akanatiifi worri ergattu AABBO Waaqa Gudda.


Worri ijoolle ufii ta Yakobo aada tante barsiise, Seera kanke ilmaani Israeli barsiisa; worri sorio fulla sorio iti qalaniti sii baasa.


Dubbi d'uga ha aka dansa jabeesu, ta d'ugefataniifi ta waan barsiisatini woli fakaattu. Kara kanaani inni dandae nama d'ibi barsiisa d'ugatiini qarqaare, wollaala nama didule agarsiisa.


Qaaloleeni worraa seera kiyya ch'absite, miha kiyya ka woyyu ch'ufa t'ureesiti. Worri waan qulqulloofi ka qulqullo intahini tokole gargari imbaasu, ammalle waan t'uri qabatifi ka t'uri inqamnele akuma waan taka barsiise, guyya Sabatole yaalu dide, waan worri tae kanafi worri Israeli ch'ufti na tufate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite