Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Filipi 3:17 - KITAABA WAAQA

17 Wold'aqa, na fakaad'a, oboleyaani isaniini ch'ufti. Nu ya kara d'uga isani agarsiimne; worra gula yau ilaala.

Gade chapit la Kopi




Filipi 3:17
15 Referans Kwoze  

Waan dubbi tiyyaafi huji tiyyale keesa, nara argattani nara barattani guuta. Duuba Waaqi nagaya nuu kennu isani woliini taa.


Tanaafi, anini isani kad'ad'a, aka kiyya taha.


Worra harka keesaniti kennani imohatiina, ammo akheekha dansa hooliyee taha.


Nu waan kana maro waan nu argachu malle nuu kenna jechu indandeenneefi, jechu indinne, ammo aka akheekha dansa isani agarsiimnuufi dinne.


Worra duri isani dura yau qaabad'a, ka dubbi Waaqa isaniti hasae. Aka worri duri tahe due herega, d'ugefacha worra gula yaa.


Nami tokoleeni maro atini kaimatiifi si intufatiini, ammo akheekha jara d'ugefate tahi, dubbifi adabaafi jaalalafi d'ugefachaafi qulqulloomaani.


Isaniyu imbeetani, aka waan nu tolchine tolchu maltani. Gaafa isani woliini jirru nu huji hojachu indinne.


Yahudifi gosa d'ibiifi gumi Waaqaa ingufachiisina.


Nami toko hegeri d'aamsa nu tatabe tana keesati t'aamnu inguutufa. Nama suni ilaala, lagad'a, aka inni ufumaani ch'eeru.


Nuufi Aabbo ufi fakeesitani; ammo ato guddo gaargaltanile, gammada Lubbu Qulqullo iraa argataniini dubbi aka dansa fud'atani.


Anini isani kad'ad'a, oboleyaani tiyya: worra gargari nama qoode d'ugefacha nama yake waan isani duri barattani didu, hubad'a, eegad'a.


Nama dansa laali, nama d'ugaa hubad'i; nama nagayaa ilmaani inni d'aleti maqa isaa badii d'owa.


Akuma anini Kristo akeesu isanileeni na akeesa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite