28 Tanaafi anini guddo gara keesani isa ergu fed'a, aka hojja isa argitani gammaddani, naasuuni tiyya baddu.
Tanaafi isani amma lalala qabdani, ammo anini deebieti isani arga, garaani keesani ingammada, gammada keesani kana nami dandae isani ira imfud'atu.
Imimaani kanke inqaabad'a, waan kanaafi guddo si argu fed'a, aka guddo gammadu.
Maro waan kanatifi anini tatabe taani isanii t'aafe, aka yo anini fulla teesani d'ufe, worri sila na gammachiisu na ilaalefachiimne. Anini imbeekha, aka yo anini gammada qabaad'e isanileeni gammada argattani.
Maro dubbi inni dubbate, Isani deebitani fuula kiyya inargitani jed'eefi guddo lalefatani. Duuba haga hobolo isa gegeesani.
Israeliini waan Yusufuuni jed'e, Anini taka waan fuula kanke deebie argu inseene, ammo amma Waaqi la ijoolle teetile na agarsiise.
Aka oboleesa Aabbo keesa isa fud'ad'a. Nama akana kana ch'ufa ulfeesa;