Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Filemoni 1:21 - KITAABA WAAQA

21 Anini inheregad'a ato sii t'aafu, aka atini waan kana naa tolchitu, waan hagana ira jirule naa tolchita!

Gade chapit la Kopi




Filemoni 1:21
6 Referans Kwoze  

Aabbooni ya isani nu d'ugefachiise; ammalle nu imbeenna, aka isani waan nu isaniti himnu ch'ufa arrafi hegerile guuttani:


Maro waan kanatifi anini tatabe taani isanii t'aafe, aka yo anini fulla teesani d'ufe, worri sila na gammachiisu na ilaalefachiimne. Anini imbeekha, aka yo anini gammada qabaad'e isanileeni gammada argattani.


Anini guddo gammada waan anini dandae garaa tokooni isani heregad'uufi.


Ammo anini guddo Aabbo keesa isani d'ugefad'a, aka isani waan d'ibi inherenne; ammalle nama isani gaargalchu, abba fed'u taanaanile, Waaqi ingaargalcha.


Tanaafi nu oboleesa keenna worra woliini ergine; nu ya maro heddu isa ilaalanne, aka inni hojja ch'ufa aka nama qarqaaru kurfo jiru argine. Amma maro inni guddo isani d'ugefatuufi haga qarale ira kurfo jira aka isani qarqaaru.


atini aka nama ballaani deemte, nama dukana keesa jiru ifse taatu, ufi beeta.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite