Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 96:2 - KITAABA WAAQA

2 AABBO Waaqaa sirba, isa faarsa! Guyya ch'ufa, aka inni nu baase, ha odeesani.

Gade chapit la Kopi




Faaru 96:2
16 Referans Kwoze  

Inni waan worraani jed'e, Lafa ch'ufa keesa yaa, Odu Dansa nama ch'ufati odeesa.


Anini dansuma tante odeese, hojja ch'ufa waan baafama keeti dubbad'a, ato dandae waan isii hubachu baad'ele.


Anini odu tante ta baafama garaa kiyya keesati ind'ossine; anini hojja ch'ufa d'uga tanteetifi qarqaarsa kanke odeese. Gumi tante durati anini waan jaalala tante ta ind'umanneetiifi d'uga tante ind'ossine.


Ee Sioni, gaara gubbaa kori, odu dansa odeesi! Ee Yerusalemu, qonqo guddooni lalabi, odu dansa odeesi! Dubbi insodaatini lalabi waan dira Yudatini jettu, Waaqi keesani kunooti!


Ee Waaqa, hayyu kiyya, anini guddinna kanke faarse haga jiru jireenna galata si deebisa.


Jennaani anini waan gubba jiratiifi, ka lafa jiratiifi ka lafa jala jiratiifi, ka bisaani keesa jirale waan lafa tana keesa jira ch'ufa, ka sirba d'agaye; gara nama barch'uma guddinna gubba taufi gara Ilme Hoola. Faarufi guddinnaafi ulfinnafi jabeenni ha tahu. Haga hegeri! jed'ani.


Waaqa, Abba Aabbo keenna Yeso Kristo galata deebimna! Inni Kristo keesa nu eebise eeba ch'ufa ta lubbu gubbaa nuu kenne.


Oboleyaani, ilmaani d'aloota Abrahamufi isani ch'ufa ka Waaqa sodaattani, dubbi baafama tana gara keenna ergani.


Ee AABBO Waaqa wonti atini uumte ch'ufti si faarsite, gumiini tante qulqullooni ch'ufti galata si deebifti.


Isani malaikaani jajabduni, ta seera isaa guute dubbi isaa ch'aqaftu, AABBO Waaqa faarsa.


Jennaani Daudini waan gumi ch'ufaani jed'e, AABBO Waaqa keesani faarsa! Jennaani gumiini ch'ufti AABBO, Waaqa ababoota isaani faarsite, AABBO Waaqafi hayyu durati gajejete guddifte.


Anini guyya ch'ufa galata si deebise haga jiru jireenna si faarsa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite