Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 90:3 - KITAABA WAAQA

3 Atini nama biyyeeti deebifte waan jettuuni, isani biyyeeti deebia.

Gade chapit la Kopi




Faaru 90:3
8 Referans Kwoze  

Hojatte damfitu male, sagale inyaattu, haga biyye keesaa baateti deebituuti; atini qara biyye, biyyuma suniti deebita.


Nafi isaa biyyeeti deebie, hafuuri isaa ka jireennale gara Waaqa ka qara isaa kenneti deebia.


Nami, yo lubbuuni keesaa baatu, biyyeeti deebia; guyyuma suni mali isaa ch'ufti hobaa.


Atini dudda iti gaargalaani worri sodaate; atini hafuura keesa funnaani worri due biyye keesaa baheeti deebia.


Jireenni waan lubbu qabati ch'ufti harka isaa keesa jira, hafuuri namaaleeni isa iraa baha.


Anini inkakhad'a, aka anini isani worri ch'ubbu, ka wolti bahe na dide, waan kana tolchu. Lafa aloo tana keesati, isani ch'ufti indootani. Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite