Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 9:7 - KITAABA WAAQA

7 Ammo AABBO Waaqi hayyu haga jiru jireenna tau. Inni barch'uma ufii ira tae dubbi nama qoruu jira.

Gade chapit la Kopi




Faaru 9:7
10 Referans Kwoze  

Jennaani anini barch'uma guddinna adi guddafi nama ira taule arge. Lafafi gubbaleeni isa dura baqatte, fulla d'abde.


Ammo waan kana inded'ina, jaalaani tiyya! Waaqa durati guyya tokofi ganni kunki tokoleeni haguma taka.


Yeso Kristoni sunuma, ka kale, ka arra, ka haga jiru jireenna.


AABBO Waaqi barch'uma ufii gubba d'aabe duuba waan ch'ufa mohata.


Ammo Ee AABBO Waaqa, atini hayyu haga jiru jireennati! Gurri kanke haguma jiru imbaddu.


Finna kanke d'ugaafi qajeeluma irati yayabani; d'ugaafi jaalalti waan atini tolchitu ch'ufa keesati mullatti.


Ato gaareenifi lafale inuumiini, atini Waaquma, ammalle haga jiru jireennale Waaqa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite