Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 9:5 - KITAABA WAAQA

5 Atini gosa si imbeenne wollaala iti murte ch'ubbichale balleesite; deebiani maqa worraa hind'aani.

Gade chapit la Kopi




Faaru 9:5
24 Referans Kwoze  

Qaabachani nama d'uga qaabatani eeba namaa taati, ammo ch'ubbicha maqaani isaa yoosu lafa iraa bada.


Sheeftiini qara qabdu afaani isaa keesaa baate, ta inni gosa ch'ufaani dabsatu. Inni ule sibiilatiini worra fide, daad'i dalansu Waaqa Gudda ch'unfa.


Duuba guyya anini wo tolchu, isani worra ch'ubbuu dabsattani ira ejaanjattani d'uke tolchitani.


Na lakisi, aka anini maqa worra balleese, nami deebie inqaabanne. Duuba anini si fuud'e, abba gosa guddo worra ira jabduu si tolcha.


Nami d'ugaa aka ifsaa ifsa, ammo ch'ubbichi aka ifse lilipise d'aama.


gosa d'ibi dabsate, worra d'ibi gaargalche


Gochiti d'ibiini maafi, Waaqi keesani me? Jette nu gaafati. Aka atini gosa d'iiga hojattu teeti jissite gaargalchitu nu garsiisi.


Inni nama qara lafa suni keesa tau gumi ufi duraa gusse, lafa isaani gosa Israeliti gargari qoode, maneeni worraale gumi isaati kenne.


Ahithofelini aka mala isaa didani arge jennaani harre ufi rara ira keeyate, kae worra isati gale waan ufi ch'ufa kurfefate, ufi fannise ufi ijeese. Akanaani due, awaala worra isaani keesati awaalani.


Atini d'articha balleesite, nama kiyyiba waan ijeesu ch'alla fed'u jibbita.


Gochiti ch'ufti maanifi dallante mala woma imbaane d'aati?


Inni waan nama miha isaa ka lola isa jala baatuni jed'e goraade tante qalqala keesaa fud'ad'i, lubbu na kuti, aka worri waaqa imbeenne kunini na qabe nati tabate na inijeemne. Ammo namichi sunini mudame isa ijeesu dide. Jennaani Sauloni gorade ufii fud'ate ufi jala d'aabe iti dirme.


Daudini waan isiini jed'e, AABBO Waaqa Israeli, ka arra gara kiyya si erge, ha guddisani!


Daudini aka Nabalini due d'agaye jennaani maqaani AABBO Waaqa ha guddatu jed'e, Inni yayu Nabali nama na arabse ijeese, haalo na baase, waan hamtu anini sila tolchu ch'ufa na d'owe. AABBO Waaqi yayu Nabali maro ch'ubbu isaatiifi waan isaa male itiini d'ufe. Jennaani Daudini qonqo Abigailiti erge, si fuud'u fed'a jed'eeni.


Yo nami ch'ubbu iraa deebiu dide Waaqi goraade ufii qarata. Inni guube ufii t'iya iti kaye, aka dansaa guura;


Anini hayyufi jaarole worraale balleese, barch'uma kiyya ka hayyuma achi d'aaba.


Ee AABBO Waaqa, atini na qarqaaru d'ufte lubbu na baafte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite