4 Atini dubbi tiyya d'uga gula qorte d'uga naa murte.
AABBO Waaqa, anini imbeekha, aka atini hiyyeesafi, nama woma inqamnelee dubbatu.
Gaafa isa arabsani inni taka nama inarabsine; isa gaargalchinaani inni nama tokole insodachiimne, ammo abdi ufi, Waaqa d'uga, ka d'uga gula wo qoru, gubba keyate.
Inni hiyyeesa d'ugaani qore, nama qarqaarsa inqamne kalcha. Jecha isaa gula wollaala namati murani, dubbi isaatini nama ch'ubbu fit'ani.
Wonti akanatiifi inni d'ufe lafa fida, inni gosa lafa keesa jirtu ch'ufa d'ugaafi qajeelumani fida.
Finna kanke d'ugaafi qajeeluma irati yayabani; d'ugaafi jaalalti waan atini tolchitu ch'ufa keesati mullatti.
Waaqi barch'uma ufii qulqullo ira tae gosa ch'ufa fida.
AABBO Waaqa durati sirbiti, gaafa inni lafa fidu d'ufu. Inni nama lafa keesa jiru ch'ufa d'ugaafi qajeelumani fida.
AABBO Waaqa, si male anini waan d'ibi inqabu. Atini waan anini fed'u ch'ufa naa kennita, wonti anini tahu ch'ufti harka kanke keesa jirti.
kad'acha worraa d'agayifi, gubbati worra ch'aqasi, dabsacha kennifi.