3 Hojja atini d'uftu, nyaapi kiyya dudda duubati deebie, lafa d'ae raawata.
Nyaapi keenna yayu isi ch'ire gube; dalansuuni worra laali, worra balleesi!
Jennaani anini barch'uma guddinna adi guddafi nama ira taule arge. Lafafi gubbaleeni isa dura baqatte, fulla d'abde.
Worri Waaqa imbeenne suni fuula Waaqaatiifi jabeenna isaa gudda duraa kaasani gaargala haga jiru jireenna argata.
Ammo, Ee AABBO Waaqa, nami ch'ufti si sodaata. Yo atini dallantu nami tokoleeni dandae si dura inejju.
Gaafa toko atini d'ufte, waan nama mudamsiisa, ka nu insehatini, tolchite gaareenileeni mudamte holate.
Waan atini AABBO Waaqa gudda qarqaarsafi siida atini iti baqatu tolfateefi,
Hojja jaalala tante ta ind'umanne guyya ch'ufa waan isii odeesani, d'uga tante halkani ch'ufa kiraariifi miha sirba d'ibi d'aani faarsani akami dansa.