Faaru 9:13 - KITAABA WAAQA13 Ee AABBO Waaqa, naa nahi! Gaargala nyaapi kiyya natiini d'ufu argi! Dua keesa na baasi, ee AABBO Waaqa, Gade chapit la |
Ee Waaqa, Waaqa keenna, guddinni kanke waan akami! Jabeenni kanke akami nama naasise nama mudamsiisa! Atini kara d'ugaatini kakhu duri nu kakhate ch'ufa guuta. Haguma duri bara hayyooti Ashuru nu dabsite haga arrale, nu akasuma gaargala qamna! Hayyootafi jaaroleefi qaaloleefi raagootafi ababootafi gumiini teennaleeni ch'ufti la guddo gaargalte; gaargala keenna gudda suni qaabad'i!