1 Waaqi ka abba kora gubba, woldeenna Waaqa ch'ufa keesati dubbate waan jed'u.
Nu imbeenna aka dubbini t'aafiini jettu ch'ufti hojja ch'ufa d'uga ammalle Waaqi worra inni d'aamsa ufii iti ergeeni Waaqoota jed'e.
AABBO Waaqi ya gumi isaa himachu d'ufe; inni aka worra qoru kurfo jiru.
Hojja atini lafa toko keesati hiyyeesa dabsani d'ugaafi qajeeluma d'owani argite, imamiini. Nama gudda ch'ufa nama isa ira jiruti tissa, ammo worra lachule nama worra ira jiruti tissa.
Duuba nami waan jed'u, Nami d'uga qajeelani waan isaa malle ya argate; d'uguma Waaqati jira, ka lafa wollaala iti muru.
Ee AABBO Waaqa, anini garaa kiyya ch'ufaani galata si deebisa; waaqoota d'ibi ch'ufa durati si faarsa.
Waaqa inabaariina, ammalle nama gosa teesani fidule hamtu isaa indubbatiina.
abbaani isaa ha fuud'e fulla Waaqa iti kad'atani geese, mikhikila balbalati hirkachiise gurra isaa toko uru, aka inni haga jiru ch'ufa tisse isaa tahu.
Ammalle nama jajaba atini abdatu, ka Waaqa sodaatu, ka d'uga beekhu, ka ammalle gumbo imfud'anne fili, mata gumi kuma yokhaani d'ibba yokhaani shantama yokhaani kud'ani tolchi.
AABBO Waaqi guddaani dubbate, lafa ch'ufa ilaborutiifi ila adule yaame.
Hiyo! isani hameenna tolchitani ch'alla hereddani. Lafa keesaleti nama d'aantani balleesitani, akasiini wollaala tolchitani.