Anini ayyaana hama qaba! Ayyoni maafi na d'alte? Anini nama lafa keesa jiru ch'ufaani wolmoromne wold'amne. Ato anini beese nama illiqeesini yokhaani ira iliqefatinile nami ch'ufti na abaara.
Amma kooti, hayyu keenna ka Ashurutini waan taka woliini taha: Anini fardoole kuma lama sii kenna, yo atini dandeete nama hagasi ka Yubatu naa kennite.