Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 80:12 - KITAABA WAAQA

12 Atini maafi dalla isiini jaarani ch'absite? Amma tana nami d'aatu bahu ch'ufti dandae mid'aani isii hata;

Gade chapit la Kopi




Faaru 80:12
6 Referans Kwoze  

Waan anini amma oobru tiyya ta zabibu suni tolchu ch'aqasa; anini dallaa isiini jaarani guure, d'akhaa jaaraninile ch'ufa ch'ach'abse, bineensa alaa iti lakisa, aka inni nyaate ira ejaanjate balleesu.


Inni d'ufe hojattu taani balleese oobru nama d'ibiti kenna. Biyyiti waan kana d'ageennaani waan jette, Waan hamaati!


(AABBO Waaqi guddinna Israeliti deebisuu jira, aka gaafa duri nyaapi saame imballeesini kaaniti deebisu fed'a.)


Hayyu Hiramuni, ka lafa Tiro, haguma duriti jaala Daudi; inni aka Solomonini fulla abba isaa hayyu tahe d'agaye jennaani nama iti erge


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite