8 simpirreefi qurt'umifi waan bisaani keesati gala ch'ufa!
bineensa alaa ch'ufafi hori ch'ufafi waan garaani lafa ira loatifi wonti koola ch'ufti, isa faarsa.
Atini sagale nyeench'i nyaatu imbarbaadafi? Yokhaani kuble nyeench'a ta beela qabdu,
Me, gorjama Behemothi jed'ani ilaali; siifi isale anumati uume. Inni aka looni marra nyaata,