Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 79:3 - KITAABA WAAQA

3 worri d'iiga gumi teeti akuma bisaani jisse; d'iigi akuma bisaani dira Yerusalemu keesa yae, nama reefa awaalule lafaa d'abani.

Gade chapit la Kopi




Faaru 79:3
15 Referans Kwoze  

Worri d'ukuba hamaani hobaa, nami tokoleeni worraa bohe inawaalu. Reefi worraa akuma kosi wolirati tuulame lafa ch'iisa. Worri yokhaani woraanaani hobae yokhaani beelaani hobaa. Ammalle reefa worraale allaatifi bineensa alaati nyaata.


Ammalle worra raagooti sunini fadduufi kara dira Yerusalemu keesati d'abbani; nami worraafi nad'eeni worraatifi ilmaani worrale awaalu injiru. Anini ch'ubbu worraa worrumati deebise akasiini worra balleesa.


Nami gosa ch'ufa, ka lafa ch'ufa, ka afaani ch'ufa, guyya sadifi nusa reefa worraa ilaale awaalu d'owa.


Wonti Babiloni gaargalchaniifi, waan d'iiga raagootatiifi worra Waaqaa isa keesati arganiifi; ee, d'iiga nama lafa keesati ijeesani ch'ufa.


Anini aka niitiini d'iiga worra Waaqatiifi ka worra Yeso d'ugefate ka fit'aniini machoofte arge. Isi arginaani anini guddo maadefad'e.


Worri d'iiga worra qulqullo ka raagoota jisse, tanaafi atini ya d'iiga worra obaafte. Waan worraa male argachu jirani!


Akuma t'aafiini jettu, Maro kanketiifi lubbuuni guyya ch'ufa nu bira ejiti, aka hooliye qalmaa geesani nu tolchani.


D'iigi worra woma iyakini ch'ufti mata keesani gubba jira, d'iiga Habiliti haga d'iiga Zekaria ilma Barakia, ka isani Mana Waaqatiifi waan sorio irati baasani jiddu lamanti ijeeftani.


Anini worra harka nyaapa isaani, ka worra ijeesu fed'uti kenne, reefi worraa sagale allaatitifi ta bineensa ala taha.


Guyya suni reefi nama AABBO Waaqi fit'u lafa haguma isiini geetunu fulla ch'ufa ch'iisa. Nami worraa bohe reefa suni wolti guure awaalu injiru, reefi worraa akuma huura lafa ch'iisa.


Ammalle AABBO Waaqi waan jed'u, Anini waan afuri ka worra balleesa worrati erga: Woraana nama hobaasufi sare reefa hirkiftufi allaati goblola nyaatufi bineensa ala ka waan hafe hobaasu.


Akuma mukha falaansani didiqeesani ch'irani, akasuma lafele isaani d'aatu irreesati firfirsani.


Gochiti d'ibiini maafi, Waaqi keesani me? Jette nu gaafati. Aka atini gosa d'iiga hojattu teeti jissite gaargalchitu nu garsiisi.


AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gaargala namatiini d'ufa, aka nami ch'ufti balla tahe jaanjuru. Waan worri nati ch'ubbamefi, d'iiga worraa aka bisaani lafati jissani, reefa worrale aka d'oqe lafati d'opani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite