Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 78:5 - KITAABA WAAQA

5 Inni aada gumi Israeliti kenne, seera d'aloota Yakobo barsiise. Inni waan abbooti teennaani jed'e, seera kiyya ilmaani teesani barsiisa

Gade chapit la Kopi




Faaru 78:5
21 Referans Kwoze  

Ilmaani teesani aka dansaa dubbi tana barsiisa. Worra keesa taanaani, ala taanaani, yo raftanifi yo kaatanile qaabsisa.


Aabbooti, ijoolle teesani imufachisiina, ammo barsiisafi gorsa Aabbootiini guddisa.


Aada suni inni gaafa worra Misiri had'e worraa kenne. Anini qonqo imbeenne toko d'agaye ta akana jettu.


Gaafi inni seera kana kenneefi sunileeni eegi worri lafa Misiri keesaa bahe, bale galaana Yordanitini ilaboru jirtu, ta dira Beth-Peoritini gama jiru. Fullaani suni lafa hayyu Sioni, jed'ani ka gosa Amori ka dira Heshboni ke jirti. Hayyuuni suni ka duri Musafi gumiini Israeli, gaafa lafa Misiriti d'ufte dabsate.


Nama lubbu qabuti dandae si faarsa, akuma anini amma tae si faarsu kana. Abbootini d'uga tante ilmaani ufii barsiifti.


Waan isani jettaniini, waan AABBO Waaqi isaniini jed'u ch'aqasa, Worra ekhera yaamatu inch'aqasina — wonti worri isaniini jed'u woma isaani imbaatu.


Ilmaani teesanile barsiisa worra keesa taanaani ala taanaani, hojja raftanifi hojja kaatanile taanaani, qaabsisa.


Anini isa yayu fohad'e, aka inni ilmaani isaatiifi ababoota isaa gorse, aka worri na ch'aqase waan dansaafi ka qajeela tolchu. Yo worri waan kana tolche, anileeni waan Abrahamuu Intolcha jed'e ch'ufa intolchaafi.


Kara ch'ufaani guddo wo baati! Wonti qaraa fiit'e Waaqi d'aamsa ufi Yahuditi d'aamate.


Inni dubbi ufi gumi isaati erge barsiisa isaatiifi seera isaa worra Israelitii kenna.


Seeri AABBO Waaqaa qit'e, irre namati tolcha. Dubbini AABBO Waaqaa yo d'ugeefatani nama woi imbeennele inqaaroomsiti.


Isi keesa sanduqa Wold'aqisa, ka Seeri Kud'annaani kaani keesa jiru, kayi. Sanduqa suni durati golla hid'i.


Sanduqa suni keesa d'akha hahafalicha kaani kayi, iti qadaadi.


Aada tante, ta atini haga jiru jireenna jabeesite badu d'owarte, anini duri barad'e.


Sanduqa suni keesa d'akha hahafalicha lamaani, ka anini sii kenne, keesa kayi.


Duuba inni d'akha hahafalicha kaani lamaani fuud'e, sanduqa Wold'aqisa keesa kaye. Kalcho qube Sanduqa keesa kaye. Kalcho qube Sanduqa keesa naqe Sunduqa suni qadaade.


waan isani jettani, Tunini sorio Pasaka ta AABBO Waaqaa baasani; wonti akanatiifi inni mana worra Israeli lafa Misiri keesati bira dabre worra Misiri gogorae. Ammo worra keenna baase jettani. Duuba biyyiti mata gaqabate Waaqa kad'ate,


Akanaani ilmaani teesani ta taka Seera AABBO Waaqaa keesani ind'agayini d'ageeti. Ammalle akanaani haga worri lafa isani fud'attani iti qubachu geettani, ta Yordanini gama, keesa tau, isaa saalfatu.


waan jed'e, Dubbi anini isani arra barsiisu tana jabeesa, garaati qabad'a, ilmaani teesanile ch'ufa barsiisa, aka isiini dubbi seera kana ch'ufa jabeesite guutu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite