Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 78:2 - KITAABA WAAQA

2 Anini mammaasaani dubbad'e, waan duri d'ossani gabaasa —

Gade chapit la Kopi




Faaru 78:2
8 Referans Kwoze  

Inni mammaasa male worrati inhasoomne; ammo kobati jara ufi waan ch'ufa barsiise.


Anini mammaasa ch'aqase, ato kiraari d'au, waan isaa ch'ufa hima.


aka akanaani worri dubbi mammaasa hubate, gaafi worri qarooni gaafatule qajeelche deebisu.


AABBO Waaqi aka taka inargini gugubate dallane, dallansuuni worra lafa isaani keesa baase lafa nyaapati balleese, fulla worri arrale jiru.


Hojja lafti gaargala qabdu, ka nyaapi na marse, anini insodaad'u,


Waan duri tahe qaabad'a, Waaqi anuma, ka d'ibiini injiru. Anini Waaqa, nami aka kiyya d'ibiini injiru.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite