9 Worri Waaqa ka gubbaa jiru hameenna isaa dubbate, nama lafa gubbaa jiruleeti kiyyiba.
Inni Waaqafi maqa Waaqatiifi fulla inni taufi worra gubba taule abaare.
Arabi aka ibida jira, lafa hameennati, nafa keenna keesa, arabi waan waan ch'ufa t'ureesaati; ka waan jireenna keenna ch'ufa ibida nartitiini gubu.
Ammo Faraoni waan jed'e, AABBO Waaqi suni eenu kana, ka anini dubbi isaa d'agaye gosa Israeli gadi lakisu? Anini AABBO Waaqa keesani imbeekhu, ammalle worra Israeli gadi illakisu.
Inni Waaqa gudda miid'e, gumi Waaqale dabsa. Ammalle inni seerafi aada worrale ch'ufa garagalchu fed'a, gumiini Waaqaleeni ganna sadiifi jia jaa isa jalati bulti.
Amma tana akuma qonqo magalatatiifi ta dibbetifi ta bilbilatifi ta kiraaritifi fulludoofi ta miha sirba d'ibi ch'ufa d'ageetanini gajed'a akheekha suni kad'ad'a; ammo yo kad'achu baatani, hojuma suni goola ibida keesa isani buusani. Waaqa kamiti harka kiyya keesaa dandae isani baasa?
Amma soba Hezekiani tae isaniini balleesu kana ee injed'ina. Isa ind'ugeefatina! Waaqi gosa d'ibi taka worra ufi harka hayyu Ashuru jalaa imbaamne. Tanaafi Waaqi keesani kuninileeni dandae isani imbaasu!
Guyya heddu dide, ammo eege garaa ufi keesati waan jed'e, Ato anini Waaqafi namale sodaachu, baad'e,
D'articha, atini guyya ch'ufa nama nyaachu feeta!
Worri waan Waaqa guddaani jed'u, Nu lakisi nu kara kanke beekhu imfeennu.