Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 73:5 - KITAABA WAAQA

5 Worri aka nama d'ibi gaargala inqabu aka biyyale ind'ipatu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 73:5
9 Referans Kwoze  

Aki worri ch'ubbu jiru akana. Worri guyya ch'ufa quufeti woi horata.


Waaqi mana worraa imballeesu, worri soda womatu inqabu.


Anini nama jaalad'u ch'ufa gorseti gaargalcha. Jabaad'u daba kanke iraa deebii.


Yo aka ilmaani ch'ufa qajeelchani isani inqajeelchiini isani ilmaani d'ugaatiniti, ammo ilmaani ch'abanaati.


Ammo Aabbooti nu qore nu qajeelcha, aka nama lafa woliini nu inqorre.


Hojja anini waan na tolchani heregu, anini aka male nahe holad'a.


Guyya Waaqi namati dallane nama d'aanu, nami lubbu baasani ch'ubbicha ch'alla.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite