Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 73:11 - KITAABA WAAQA

11 Worri waan jed'u, Waaqi akami waan kana beekha? Waaqi guddayaani gubbaa jiru waan kana imbeekha?

Gade chapit la Kopi




Faaru 73:11
10 Referans Kwoze  

Gaafasi anini ifse fuud'e dira Yerusalemu soqe nama ufi d'aabate ufumaa tae kiyyibe, garaa ufii keesati Waaqi waan hamtufi toltu intolchu ufiini jed'u, ingaargalcha.


Worri waan anini hameenna worra suni diqole qaabad'u insehu; ammo ch'ubbuuni worraa worra marsite hojja ch'ufa nati mullatti.


Worri waan jed'u, AABBO Waaqi nu inargu, Waaqi Israelileeni waan keenna inhubatu.


Waaqi waan nani jed'e, Namicha, waan jaaroleeni Israeli tunini d'ossaani tahu jirtu garta? Worri mana akheekhi waan hamtu guute keesati kad'achuu jira. Worri waan jed'u, AABBO Waaqi ya lafa tana lakise, waan nu taanu kanale inargu.


Worri Waaqa ka gubbaa jiru hameenna isaa dubbate, nama lafa gubbaa jiruleeti kiyyiba.


atini imbeetu? Atini herega keenna ch'ufa imbeeta.


Ch'ubbichi waan ufiini jed'u, Waaqi waan anini tahe kana iyyaalu, inni fuula d'ofate waan tahe laaluu dida!


Ch'ubbichi herega isaa keesa diqole Waaqa inargu; inni kiyyibe, Waaqi injiru jed'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite