10 Akanaani gumiini Waaqaleeni worrati gargalte, garaa tokooni waan worri jed'e d'ugeefate.
AABBO Waaqi muduunu daad'i ta dallansuuni isaa guute, harkaa qaba. Inni daad'i suni keesaa buuse, ch'ubbicha ch'ufa obaase, worri fooqisa.