Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 72:4 - KITAABA WAAQA

4 Hayyichi ha hiyyeesa d'uga gula qore nama woma inqamne qarqaare, nama nama dabsule balleesu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 72:4
23 Referans Kwoze  

Inni hiyyeesa d'ugaani qore, nama qarqaarsa inqamne kalcha. Jecha isaa gula wollaala namati murani, dubbi isaatini nama ch'ubbu fit'ani.


Qorsumaani isaa ta d'ugatiifi ta qajeelaati! Inni ya sharmut'iti guddo ta hameenna ufitiini lafa balleesite wollaala iti mure. Waaqi ya maro isiini tissele isaa fit'eefi gaargalche jettu.


Wonti Babiloni gaargalchaniifi, waan d'iiga raagootatiifi worra Waaqaa isa keesati arganiifi; ee, d'iiga nama lafa keesati ijeesani ch'ufa.


Gammada, maro badi isaatiifi, Ee Gubba! Gammada, worra Waaqatiifi ergattufi raagoota! Waaqi ya maro waan inni isani tolcheefi isa qore!


ballaani lafa arga, naafi indeema, nami qomaat'a qabu inqulqulla, duudaani ind'agaya, reefale kaasani, Odu Dansa hiyyeeyiti odeesani.


Duuba akanaani wold'aqisa guyya suni ch'absani. Worri hooliye bite gurgure kaani na laaluu jira. Worri imbeekha aka waan kana anini dubbi Waaqaa gula hojad'e.


Nami hooliye suni bite gurgurate huji na qorate, anini tissitu hooliye qalmaa geesani taani tahe. anini ule lama fuud'e, tokooni Eeba jed'e, taanini Takooma jed'e. Ammalle anini hooliye suni tisse.


Atini qaampara worrati ulfaatefi ule gurmu worraa d'aante ch'absite. Atini gosa gosa teesani dabsite balleesite dabsate, akuma duri atini duula Midiani dabsate.


Hayyuuni qarooni nama waan hamtu tolchu barbaade naasu male gaargalcha.


Ee AABBO Waaqa, worri gumi tante gaargalche, nama kanke ch'ufa dabsa.


Atini ule sibiilatiini worra ch'ach'absite; aka okote faara gargari bulleesita.


Inni, ka nama d'ibi ingaafanne, worra lafa fidu fuud'e, nama d'ibi fulla isaani kaa.


Isani yoomi dubbi teesani d'eertu tanaani na gaargalchu lakiftani?


AABBO Waaqi waan jed'u, Hojattuuni kiyya ka anini jabeesu kuno kana, inni nama ani fohad'e, isumati na gammachiisa. Anini ya lubbu tiyyaani isa guute tanaafi gochiti ch'ufti maqa isaatini d'uga argatti.


Inni ilaadu meelatu inch'absu, yokhaani ifse lipiftu ind'aamsu. Nami ch'ufti kara isaatini d'uga haguma jiru jireenna jirtu argata.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite