Faaru 71:5 - KITAABA WAAQA5 Ee AABBO Waaqa, anini si abdad'a. haguma d'aloota kiyyati siuma d'ugeefad'a. Gade chapit la |
Ganna saddeeteeso ka hayyuma Yosia, ka inni gaafasile ijoolluma qabu, inni Waaqa ababo isaa Daudi kad'ate arti asi gula deeme. Ganna kud'ani lameeso ka hayyuma isaa, inni fulla waaqa d'ara iti kad'atanifi akheekha waaqa Ashera jed'anitifi akheekha waaqa d'ara d'ibile ch'ufa lafa keesaa balleesiti iti kaye.