Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 71:4 - KITAABA WAAQA

4 Ee Waaqa kiyya, harka worra ch'ubbuu, ka naasu inqamne, ka hameenna gula yau, keesaa na baasi,

Gade chapit la Kopi




Faaru 71:4
9 Referans Kwoze  

AABBO Waaqa, kooti, nyaapa kiyya had'i balleesi! Goraade teetiini harka ch'ubbicha keesaa na baasi;


Worri kae yae jennaani Ahimaasifi Yonathanini eela kaani keesaa yaani, d'aqani Dauditi himani waan jed'aniini, Hurrisi kai galaana taaki, Ahithofelini ya siti malate.


Ee Waaqa, nami kunini wollaala inqabu jed'i d'uga naa muri, gumi si imbeenne durati naa dubbad'i; nama ch'ubbicha kiyyiba duraa na baasi!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite