Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 71:2 - KITAABA WAAQA

2 D'uga teetiini na qarqaari na baasi, na d'agayi na baasi!

Gade chapit la Kopi




Faaru 71:2
12 Referans Kwoze  

Ee AABBO Waaqa, anini siti d'eed'a, ch'eeru na d'owi. Atini Waaqa d'ugaati anini si kad'ad'a na baasi.


Ee Waaqa, waan atini na ch'aqaftuufi anini si yaama. Tanaafi amma dubbi tiyya d'agayi, gurra keetiini na ch'aqasi.


Ee AABBO Waaqa, akuma atini nati kakhate na baasi, dansuma tanteetiini gaargala kiyya keesaa na baasi!


Ilaalachaani namati d'uftu woma qara lafa jiraati. Ammo Waaqi kakhu ufi jabeesa. Inni ilaalacha isani ira hafu indandeenne isaniti inllakisu. Ammo hojja isani ilaalatani, inni jabeenna isani obsitani keesaa batani isanii kenna.


Atini duri ya nuu kalchite, tanaafi amma Yerusalemuti deebite indalanini. Inni dira kanketi, gaara kanke qulqullo. Nami lafa nu d'aatu jiru ch'ufti, Yerusalemufi gumi tante tufata wonti suni ch'ufti maro ch'ubbu teennatifi waan hamtu ababooti teenna tolchiteefi nu d'aqabde.


Ee AABBO Waaqa, kad'acha tiyya naa d'agayi! D'uga tanteetiini na jalaa owaad'i qajeeluma tante gula na ch'aqasi!


Ee Waaqa, nami kunini wollaala inqabu jed'i d'uga naa muri, gumi si imbeenne durati naa dubbad'i; nama ch'ubbicha kiyyiba duraa na baasi!


AABBO Waaqi nama d'ugaa qajeela ilaale, hojja worri isa yaamule jalaa owaata;


Atini d'uga imbeeta, tanaafi d'uga naa galchita.


Na d'agayi, hurrisi na baasi! Siida anini jalati d'eed'u naa tahi, fulla jabdu na geesi, na baasi.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite