Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 71:10 - KITAABA WAAQA

10 Nyaapi kiyya mala nati d'aate waan kiyya dubbate na ijeesu fed'a.

Gade chapit la Kopi




Faaru 71:10
13 Referans Kwoze  

Anini nama fulla ch'ufati, mudamsuuni ya lafa qabate! Koota jara gugurdati himna jed'e, Wolti hasaasu d'agaya. Jaalani tiyya ta nati aantuleeni ch'ufti, badii tiyya feete waan jettu, Hegeri isa somne, qamne, haalo iraa baafanna.


Worri mala hama gumi teetiti d'aate, nama atini qorqoratule balleesuu fed'a.


Worri wolti bahe d'okhate, gaade na ijeesuu fed'a.


Anini nyaapa heddu tae waan kiyya hasasu d'agae moga ch'ufa mudamsuuni na qabatti. Worri mala nati d'aate na ijeesuu fed'a.


Ganama qaalole gugurdofi jaaroleeni Yahudi aka Yeso ijeeftu wolmariatte.


Hegeri nami d'ufe dubbi akana tanafa siini jed'a: Kooti, nama ijeemnu barbaanna! Nama woma iyyakini fayyuma tana haana!


aka nyeench'a goda keesati eegata. Inni hiyyeesa gaade, t'urura keesati qabe hirkise itiini d'aabata.


Hayyooti worraa AABBO Waaqafi hayyu inni muude fohateeti garagalte ch'ubbu iti malatte.


Jennaani Sauloni nama mana Daudi eegu erge, aka boriyyaate isa ijeesu, ammo niitiini isaa Mikalini waan jetteeni yo atini halkani kana imbaqatini bori indoota.


Ee AABBO Waaqa, nyaapa kiyya ka akasi na abaaru akasuma gaargalchi!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite