Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 70:3 - KITAABA WAAQA

3 Nama na goyeesule ha mudamsiisani ch'eersani.

Gade chapit la Kopi




Faaru 70:3
10 Referans Kwoze  

Nama na goyeesule ha mudamsiisani ch'eersani.


(Yudani hori inni dabaani argate kaaniini eegi oobru bitate, lafati jige, garaani tarsae, marumaani ch'ufti keesaa buani.


Namicha, wonti worri Tiro gammadufi tana. Worri iyye waan jed'u, Yerusalemuni ya badde balbala isii ch'ufa ya ch'absani, daldali isii ya ch'ite. Eegi isiini badde, nu amma woi horanna!


Dubbi AABBO Waaqa gudda d'agaya, wonti inni jed'u tana: Isani Mana kiyya ka t'ureesanifi lafa Israeli ta balleesanifi gumi Yuda ta boojiani agarraani gammaddani.


Worra Nu ya isa balleesine, waan feenu arganne jechu d'owi.


Worri na himate iyye waan jed'u, Lee! Lee! waan atini taate ya agarre!


nyaapi keesani qilit'ame waan jed'e, Amma tana gaareeni Israeli ta duri jirtu ch'ufti teenna!


Nama na had'u ha dabsatani balleesani. Nama na gaargalchu fed'ule ha ch'eersani gurra balleesani.


Anini waan d'uga teeti guyya ch'ufa dubbad'a, wonti akanatiifi jara na balleesuu fed'u kaani yayu dabsatani ch'eersani.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite