Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 7:15 - KITAABA WAAQA

15 Inni booluma nama d'ibi qote ufii keesa bua.

Gade chapit la Kopi




Faaru 7:15
19 Referans Kwoze  

Nami ch'ubbu qote hameenna fach'aasu woma suni murata.


Ch'ubbichi ha t'urura ufi keesa seenuti. Ammo Waaqi duraa na baasinna.


Nami boola qayyaane namaa qotu ufumaa keesa bua, ammalle nama d'akha gaara iraa ga kayule d'akhuma suniti ch'arasa.


Ch'ubbichi ufi saade kiyyiba ufii keesa hiyyeesa dabsa; t'urura worri mid'aafate keesati ha worra qabaniti.


Nyaapi kiyya t'urura naa kaye, gaargali guddaani na qabate. Worri boola kara keesati naa qote ammo ufi keesa bue.


Duuba Hamani mukha inni ufiftu qara Mordekai jed'e mid'aase kaani irati fannisani. jennaani hayyichi dallansu galfate.


Dabi nama hama t'urura iti tahe, ch'ubbumani isaa isa qabdi.


Waan dansa waan hamtuni baasani? Ammo worri yayu boola naa qote. Qaabad'u aka anini siti d'ufe worraa jed'e dubbad'e, aka dallansu tante worra ira d'owu.


Jari kiyyibaani, ka seera kanke inguunne, yayu boola naa qote na qabuu fed'a.


Atini gaargala jalaa isa baafta, haga boola qotani ch'ubbicha keesa buusaniti.


Isani hit'a buufatani hiyyeeyi bitatani. Jaala keesani ka isaniti aanule dabsitani waan isaa nyaatani!


Nami ch'ubbu malate waan hamtu tolchu worruma kana; garaani worra woma d'araati guuta.


Isani mala woma keesa injirre d'aatani, wonti isani tolchitani tokoleeni woma imbaatu. Lubbuuni tiyya ibida isani balleesu fakaati.


Isani gaadisa koraa d'at'ani, dubbi d'araatiini nama himatani. Isani d'ara gula yaatani kara sunini d'uga barbaadani. Hameenna hereddani waan hamtu nama tolchitani.


Jennaani hayyu Darioni tatabe nama gosafi d'alootafi afaani afaani dubbatu ch'ufa, ka lafa ch'ufa keesa jiruti t'aafe waan jed'e, Nageenni isani bad'aad'a?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite