Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 67:2 - KITAABA WAAQA

2 aka lafti ch'ufti fed'i tante beete, gochiti ch'ufti baafama kanke hubatu.

Gade chapit la Kopi




Faaru 67:2
19 Referans Kwoze  

Wonti akanatiifi Waaqi ya eeba ufi, maro baafama nama ch'ufatiifi, mullise.


Namichi kunini qara waan kara Aabbo barate, garaani isaa owinaani waan Yeso qajeelche dubbate barsiise, ammo batiso Yohana ch'allaa beekha.


Nami ch'ufti baafama Waaqaa ila ufitiini arga.


AABBO Waaqi irre ufi qulqullooni gumi ufi baasa, duuba waan suni lafti ch'ufti inargati.


Anini maafi akana tae laalefad'e gaargala? Anini Waaquma abdad'a; ammalle deebieti Waaqafi baafama kiyya faarsa.


waan jed'eeni, Atini ka kiyyibafi ch'ubbuuni guutamte, ilma Sheet'ana, nyaapa d'uga ch'ufaa, karaa Aabbo ka d'uga balleesu illakiftu?


AABBO Waaqi waan nani jed'e, Anini huji jabdu sii kennu qaba, hojatu tiyya. Atini worra Yakobo galchite, worra Israeli ka hafe guddinnati deebifte; ammo hagasi ch'allaniti, anini ifsa gosa ch'ufale si tolcha, aka akasiini lafti ch'ufti baafama kiyya argattu.


Jaalalti inni nu jaalate jabdu, d'ugaani isaaleeni haga hegeri teeti. AABBO Waaqa faarsa!


Ammalle anini nama Kara kana gula deemu haga duisa gaargalche, d'iirafi nad'eenile hid'e, mana hid'aansa keesa naqe.


Jennaani gumiini Waaqa Yudeafi Galilayafi Samaria keesa nagaya argate eebifamte, Aabbo Waaqa sodaate qarqaarsa Lubbu Qulqullotiini jabaatte heddatte.


Tanaafi fulla ch'ufa yaa, gosa ch'ufa nama kiyya tolcha: maqa Abbaatiifi ka ilmaatiifi ka Lubbu Qulqullotini aada batiso namaa kenna,


Ammo gammadi atini naa kennite, gammada worri mid'aanifi daad'i quufe argatu ira jira.


Nyaapi kiyya hameenna kiyya dubbate, waan jed'u, Inni yoomi due maqaani isaa bada?


Ee Waaqa, kad'achaafi boha tiyya tana na d'agayi. Mana kanke ka balleesani eebisi, mid'aasi jaari, aka nami ch'ufti aka atini d'uguma Waaqa hubatu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite