Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Faaru 6:2 - KITAABA WAAQA

2 Anini ya dad'abe, ee AABBO Waaqa, naa nahi humna naa kenni, anini ya ufi jibbaad'e,

Gade chapit la Kopi




Faaru 6:2
21 Referans Kwoze  

Koota, AABBO Waaqati deebina! Inni qara ya nu tatarsaase, ammo inuma nu fayyisa; ya nu madeesele, ammo mada teenna inuma hid'aniti?


Laalalafi booti ya na ijeefte lubbule na keesaa baafte. Gaargali kiyya ya na laafise, lafeleeni wolti na injirtu.


Ee AABBO Waaqa kiyya anini qarqaarsa siti bonaani atini na fayyifte;


Ee AABBO Waaqa, na fayyisi, yo suni anini inuma fayya; na baasi, yo suni anini inuma baha. Nami anini faarsu si!


Gammadaafi qilit'ama na d'ageesisi, nafi kiyya ka qara atini ch'ach'absite ha gammadu.


Me amma ilaala, Waaqi d'uga ana, ka d'ibiini injiru. Anini ijeese jireesa, madeese fayyisa, nami tokoleeni na indabsatu.


Anini yayu qannoni na qabate, lubbuuni diquma na keesa imbahini.


Maro dallansu teetitiifi fayyad'aba jabaati harka na qaba, maro ch'ubbu tiyyatifi nafa kiyya ch'ufa ya d'ukubi qabate.


Gaafa anini ch'ubbu tiyya himachu dide, anini guyya ch'ufa bohe nafi na d'umate.


Waan Abimelekiini Sara niiti Abrahamuu fud'atteefi, AABBO Waaqi worra isaa ch'ufa ka uwa d'alu d'owe. Ammo Abrahamuuni guddo Waaqa Abimeleki kad'ate, tanaafi Waaqi isaa araarame, niiti isaatiifi tissele isaa ta uwale ch'ufa fayyise, aka worri ijoolle d'alu tolche.


Tanaafi gurri isaa lafa Shamu ch'ufa gahe, nama d'ukuba qabuufi ka fayyad'abaani gaargale, ka jinni qabu, ka gagabdufa, ka naafatele isatiini d'ufani, inni worra ch'ufa fayyise.


Irreeni tiyya aka bisaani lafati jissani bade, lafeleeni tiyyaleeni mitta keesaa yaate. Onneeni tiyyaleeni aka haanch'a na keesati bat'e.


Waaqi si madeese ammalle qorsa sii mat'ansa inni wo si tolche harkuma ufiitini si fayyisa.


Jennaani Musani AABBO Waaqati bohe, Ee, AABBO isi fayyisi jed'e.


waan jed'e, Yo isani AABBO Waaqa keesani d'ageetani waan inni fed'u guutani waan d'uga tolchitani seera isaa jabeesitani, anini d'ukuba worra Misiritiini d'ufe suni tokoleeni isani ingaargalchu. Wonti akanatiifi anini AABBO Waaqa, ka isani fayyisu.


Jaalani tiyya, naa naha, harki Waaqa ya na d'ae.


Atini t'iya teetiini na woraante, lafaani na d'oofte.


Ee AABBO Waaqa, gumi tante dallansuniti d'ugaani qajeelchi, aka worri siini imbanne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite