Gaafa lafa jiru, Yesoni qonqo guddofi imimaaniini aka male Waaqa kad'ate, ka dandae duisa keesaa isa baasu. Waan inni Waaqa sodaateefi Waaqi isa d'agaye.
Waaqi kiyya siida kiyya ka anini jalati d'eed'u. Inni wonte tiyya, na qorqorate na baasa, inni baafama kiyya, na qorqorate harka nama hama jala na baasa.